Meetii warqiidhaan jijjiiruun dhala, yoo hoodhuu as kenniin tahe malee, qamadii qamadiin jijjiiruun dhala, hoodhuu fi as kenniin yoo tahe malee, garbuu garbuun jijiiruun dhala, yoo hoodhuu as kenniin tahe malee, timira timiraan jijjiiruun dhala, yoo hoodhuu as kenniin tahe malee
Maalik bin Aws bin Al-Hadasaan akkana jedhe: akkas jechaatin as garagale: “Eenyutu dirhama jijjiira? Xalhaa bin Ubeydillaah osoo Umar bin Khaxxaab bira jiruu Rabbiin isaan lamaan irraa haa jaalatu akkas jedhe: Warqii kee nutti agarsiisi mee, ergasii gara keenya koottu,…

