“Kakuun jidduu nuu fi isaanii jiru salaata, namni isa dhiise dhugumatti kafare”
Choose an available translation of this Hadeeth
Hadeeth text
Bureydaa irraa odeeffame -Rabbiin irraa haa jaallatu- akkana jedhe: Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmatni irra haa jiraatu- akkana jedhan: “Kakuun jidduu nuu fi isaanii jiru salaata, namni isa dhiise dhugumatti kafare”.
Explanation
Benefits
Murtiin Islaamaa keessoo nama tokkoo osoo hin taane haala alaatiin akka mirkanaa’uudha.
Attribution
Categories
Share hadeeth
Sharing options · 0 Total shares

