{Ergasii wallaahi guyyaa san qananii irraa ni gaafatamtan}
Choose an available translation of this Hadeeth
Hadeeth text
Azzubeyr bin Al-awwaam irraa odeeffamee akkana jedhe: Yeroo Aayaan tun buute: {Ergasii wallaahi guyyaa san qananii irraa ni gaafatamtan} [Attakaasur: 8] Azzubeyr akkana jedhe: Yaa Ergamaa Rabbii qananii kam irraa gaafatamna, gurraacha lamaan , timiraa fi bishaan qofaa? isaanis ni jedhan: "Inni ni ta'a".
Explanation
Nabiyyinis -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- akkana jedhan: Isin haaluma irra jirtan kanaan waliin qananii irraa gaafatamuuf teessan, isaan lamaan kunis qananii gurguddaa lama kan qananiiwwan Rabbii ol ta’ee irraa ta'aniidha.
Benefits
Qananiin guddas ta'ee xiqqaa waan gabrichi guyyaa qiyaamaa irraa gaafatamuu taa'uudha.
Attribution
Categories
Share hadeeth
Sharing options · 0 Total shares

