HadeethEnc · 1.25.0
Eega dhiiga laguu irraa qulqulloofnee booda bishaan booruu qabuu fi daalacha ta'e homaatti kan hin lakkoofne taane.
Available translations
Choose an available translation of this Hadeeth
01
Hadeeth text
Haadha Axiyyaa irraa odeeffame Rabbii ishee irraa haa jaalatu, Nabiyyiif waadaa galtee turte, nagaa fi rahmanni irra haa jiraatuu, akkas jette: Eega dhiiga laguu irraa qulqulloofnee booda bishaan booruu qabuu fi daalacha ta'e homaatti kan hin lakkoofne taane.
02
Explanation
Sahaabiyyittiin Ummu Axiyyaa jedhamtu, Rabbiin irraa haa jaalatu, dubartoonni zamana Nabiyyii keessatti nagaa fi rahmanni irra haa jiraatuu, bishaan qaama saalaa irraa ba'u -kan bifti isaa gara gurraachoominatti, ykn gara daalachoominatti dabu- eega dhiiga heydii irraa qulqullina arganii laguutti akka isa hin ilaalle himte, kanaafuu sababaa isaatiin salaata fi sooma hin dhiisani.
03
Benefits
Bishaan qaama saalaa dubartii irraa ba’u -eega laguu irraa qulqullooftee booda- boora'iinsi fi daalachoominni dhiiga irraa dhufu osoo isa keessa jiraatellee homattuu hin ilaalamuudha.
Yeroo laguu keessatti boora'iinsi fi daalachoominni laguutti ilaalama; sababni isaas inni bishaanitti makate malee yeroo isaa keessatti waan dhufeef jecha.
Dubartiin takka eega qulqulloofte booda boora'iinsa fi daalachoominaa jettee salaata fi sooma hin dhiisuu hin qabdu, wuduu’a godhattee salaatu qabdi malee.

Attribution
[رواه أبو داود بهذا اللفظ ورواه البخاري بدون زيادة (بعد الطهر)]
Categories
Share
Share hadeeth
Sharing options · 0 Total shares