“Islaamummaan waan shan irratti ijaarame
Abuu Abdurrahmaan Abdullaah ibnu Umar ibnu Al-Khaxxaab irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: ergamaa Rabbiitii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akkas jedhuun dhaga'e: “Islaamummaan waan shan irratti ijaarame: Rabbiin male…

