Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- dhuma salaata dirqamaa hunda keessatti akkana kan jedhan ta'an
Warraad barreessaa Mughiirah bin Shu’ubah irraa odeeffamee, akkana jedhe: Mughiirah bin Shu’ubah xalayaa Mu'aawiyaan barreesse keessatti narratti dubbise: Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- dhuma salaata dirqamaa hunda keessatti akkana kan jedhan ta'an: "Haq…

