Rabbiin nama toltuu isaaf fedhe, rakkoon isa tuqa
Abuu hurayraa irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahamataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhan: "Rabbiin nama toltuu isaaf fedhe, rakkoon isa tuqa".

