Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- khuxbaa dhimmaa nu barsiisani
Abdullaah ibnu Mas'uud irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- khuxbaa dhimmaa nu barsiisani: Innal hamda lillaahi, Nasta'iinuhuu Wa Nastaghfiruhuu, Wa Na'uuzu billaahi Min S…

