Qabeenya keessaniin, lubbuu keessaniinii fi arraba keessaniin mushrikootatti duulaa
Anas irraa akka odeeffametti -Rabbiin irraa haa jaallatu- Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- akkas jedhan: «Qabeenya keessaniin, lubbuu keessaniinii fi arraba keessaniin mushrikootatti duulaa».

