Guyyoota kana caalaatti guyyooleen hojiin gaariin Rabbiin biratti ira jaallatamaa ta'an hin jiru» guyyoota kurnan jechuudha
Ibnu Abbaas irraa akka odeeffametti -Rabbi isaan irraa haa jaallatu-: Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani: «Guyyoota kana caalaatti guyyooleen hojiin gaariin Rabbiin biratti ira jaallatamaa ta'an hin jiru» guyyoota kurnan je…

