Yeroo mana fincaanii dhuftan Qiblaatti fuulaan gara hin galinaa, duubanis gara itti hin galinaa, garuu gara bahatti ykn gara dhihaatti gara galaa
Abuu Ayyuub Al-Ansarii irraa odeeffame Rabbiin irraa haa jaallatu, Nabiyyiin -nagaa fi rahmatni irratti haa jiraatu- akkana jedhan: «Yeroo mana fincaanii dhuftan Qiblaatti fuulaan gara hin galinaa, duubanis gara itti hin galinaa, garuu gara bahatti ykn gara dhihaatti ga…

