Tokkoon keessan hinamanu hanga fedhiin isaa waan ani ittiin dhufe (islaamummaa) hordofutti
Abuu Muhammad Abdullaah ibnu Amrii ibnul Aas irraa akka odeeffametti -Rabbi isaan lameen irraa haa jaallatu- ni jedhe: Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani: «Tokkoon keessan hinamanu hanga fedhiin isaa waan ani ittiin dhufe (…

