Ruqaan, hirzii fi jaallachiistuun shirkiidha
Abdullaah ilma Masu'ud irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: Ergamaa Rabbiitii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akkas jedhuun dhaga'e: "Ruqaan, hirzii fi jaallachiistuun shirkiidha".

