Namni Rabbiin rakkina guyyaa qiyaamaa jalaa nagaa isa baasuun isa gammachiise, nama rakkina keessa jiru hafuura haa baafachiisu ykn irraa haa baasu
Abuu Qataadaa irraa akka odeeffametti -Rabbiin irraa haa jaallatu- inni nama wahii kan isa irraa waa liqeeffate barbaadee jennaan, jalaa dhokatee, eegasii isa arge, namichis akkas jedheen: ani rakkina keessa jira, Abuu Qataadaanis akkas jedheen: Rabbiin ni kakattaa? inn…

