HadeethEnc · 1.25.0
Nabiyyiin Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- haala isaanii hunda irratti Rabbiin zaakkaru ture
Available translations
Choose an available translation of this Hadeeth
01
Hadeeth text
Aa'ishaa irraa akka odeeffametti -Rabbi isii irraa haa jaallatu- ni jette: Nabiyyiin Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- haala isaanii hunda irratti Rabbiin zaakkaru ture.
02
Explanation
Aa'ishaan haati mu'umintootaa -Rabbi isii irraa haa jaallatu- nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- zikrii Rabbii ol ta'ee irratti akkaan bololaa akka turan himti, yeroo, bakkaa fi haala hunda keessatti Rabbiin zaakkaru turani.
03
Benefits
Najaasaa xiqqaa fi guddaa irraa qulqullaa'uun zikrii Rabbii ol ta'eetiif ulaagaa hin godhamu.
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- yeroo hunda zikrii Rabbii ol ta'ee irra jiraachuu isaanii.
Nabiyyiitti hidhachuun -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- haala hunda keessatti zikrii Rabbii ol ta'ee heddummeessuutti kakaasuutu keessa jira, haalowwan isaan keessatti zikrii irraa dhoorgamu keessatti yoo tae malee, akka mana fincaanii seenuun dhimma ba'achuufaa.

Attribution
[Muslimtu gabaase]
Categories
Share
Share hadeeth
Sharing options · 0 Total shares