“Muslimni hundinuu torbaanitti guyyaa tokko dhiqachuuf dirqama qaba, yeroo sanatti mataa fi qaama isaa dhiqata”
Choose an available translation of this Hadeeth
Hadeeth text
Abuu Hureyraa irraa odeeffamee akkana jedhe: Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- akkana jedhan. “Muslimni hundinuu torbaanitti guyyaa tokko dhiqachuuf dirqama qaba, yeroo sanatti mataa fi qaama isaa dhiqata”.
Explanation
Benefits
Guyyaa Jimaataa Salaataf dhiqachuun salaataaf akkaan jaalatamaa akka ta'eedha.
Osoo qaama keessa galee jiruu mataa addatti dubbachuun itti yaaddahuuf akka ta'eedha.
Nama hafuura hin tolle kan namoonni itti miidhamu qabu irratti dhiqannaan dirqama ta'uudha.
Dhiqannaaf irra jabaan guyyaa Jimaataati; sababni isaas sadarkaa waan qabuuf jecha.
Attribution
Categories
Share hadeeth
Sharing options · 0 Total shares

