HadeethEnc · 1.25.0
nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- waan urgaa'u (shittoo) hin deebisanu turani
Available translations
Choose an available translation of this Hadeeth
01
Hadeeth text
Anas ibnu Maalik irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu-: nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- waan urgaa'u (shittoo) hin deebisanu turani.
02
Explanation
kennaa shittoo deebisuu dhiisanii isa qeebaluun karaa nabiyyii irraa ture -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ba'aan isaa salphaa fi urgaan isaa bareedaa waan tureef jecha.
03
Benefits
kennaa shittoo qeebaluun jaallatamaa ta'uu isaa; ba'aa isaa keessatti dadhabbii waan hin qabnee fi fudhannaa isaa keessatti of himannaa waan hin qabneef jecha.
guutummaa fi haalli nabiyyii toluu agarsiisa -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- shittoo deebisuu dhabuu keessattii fi kenna nama kennaa isaaniif kennuu qeebaluu keessatti.
shittoo fayyadamuutti kakaasuu.
guutummaa fi haalli nabiyyii toluu agarsiisa -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- shittoo deebisuu dhabuu keessattii fi kenna nama kennaa isaaniif kennuu qeebaluu keessatti.
shittoo fayyadamuutti kakaasuu.
Attribution
[Bukhaariitu gabaase]
Categories
Share
Share hadeeth
Sharing options · 0 Total shares

