Irra baay'een du'aa'ii Nabiyyii -nagaa fi rahmnni isaan irratti haa jiraatu- akkana jechuudha ture: "Yaa Rabbii keenya duniyaa irratti waan gaarii nuuf kenni, Aakhirattis waan gaarii nuuf kenni, azaaba ibiddaa irraas nu tiksi
Choose an available translation of this Hadeeth
Hadeeth text
Anas irraa odeefamee -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- akkas jedhe: Irra baay'een du'aa'ii Nabiyyii -nagaa fi rahmnni isaan irratti haa jiraatu- akkana jechuudha ture: "Yaa Rabbii keenya duniyaa irratti waan gaarii nuuf kenni, Aakhirattis waan gaarii nuuf kenni, azaaba ibiddaa irraas nu tiksi".
Explanation
Benefits
Namni yeroo du'aa'ii godhatu du'aa'ii isaa keessatti kheyrii addunyaa fi Aakhiraa walitti qabee kadhachuun caalaatti kadhannaa isaa guutuu taasisa.
Attribution
Categories
Share hadeeth
Sharing options · 0 Total shares

