افتتاح البرنامج الدعوي السبت القادم، ٩ / ٣ / ١٤٤٨هـ بعد صلاة الفجر مباشرة مسجد محمد بن إبراهيم، الجامعة الإسلامية بالمدينة المنورة فضيلة الشيخ د. هيثم بن محمد سرحان دورة اليوم الواحد، وختم كتاب كل سبت بإذن الله حياكم الله ونفع بكم. افتتاح البرنامج الدعوي السبت القادم، ٩ / ٣ / ١٤٤٨هـ بعد صلاة الفجر مباشرة مسجد محمد بن إبراهيم، الجامعة الإسلامية بالمدينة المنورة فضيلة الشيخ د. هيثم بن محمد سرحان دورة اليوم الواحد، وختم كتاب كل سبت بإذن الله حياكم الله ونفع بكم. افتتاح البرنامج الدعوي السبت القادم، ٩ / ٣ / ١٤٤٨هـ بعد صلاة الفجر مباشرة مسجد محمد بن إبراهيم، الجامعة الإسلامية بالمدينة المنورة فضيلة الشيخ د. هيثم بن محمد سرحان دورة اليوم الواحد، وختم كتاب كل سبت بإذن الله حياكم الله ونفع بكم. افتتاح البرنامج الدعوي السبت القادم، ٩ / ٣ / ١٤٤٨هـ بعد صلاة الفجر مباشرة مسجد محمد بن إبراهيم، الجامعة الإسلامية بالمدينة المنورة فضيلة الشيخ د. هيثم بن محمد سرحان دورة اليوم الواحد، وختم كتاب كل سبت بإذن الله حياكم الله ونفع بكم. افتتاح البرنامج الدعوي السبت القادم، ٩ / ٣ / ١٤٤٨هـ بعد صلاة الفجر مباشرة مسجد محمد بن إبراهيم، الجامعة الإسلامية بالمدينة المنورة فضيلة الشيخ د. هيثم بن محمد سرحان دورة اليوم الواحد، وختم كتاب كل سبت بإذن الله حياكم الله ونفع بكم. افتتاح البرنامج الدعوي السبت القادم، ٩ / ٣ / ١٤٤٨هـ بعد صلاة الفجر مباشرة مسجد محمد بن إبراهيم، الجامعة الإسلامية بالمدينة المنورة فضيلة الشيخ د. هيثم بن محمد سرحان دورة اليوم الواحد، وختم كتاب كل سبت بإذن الله حياكم الله ونفع بكم. افتتاح البرنامج الدعوي السبت القادم، ٩ / ٣ / ١٤٤٨هـ بعد صلاة الفجر مباشرة مسجد محمد بن إبراهيم، الجامعة الإسلامية بالمدينة المنورة فضيلة الشيخ د. هيثم بن محمد سرحان دورة اليوم الواحد، وختم كتاب كل سبت بإذن الله حياكم الله ونفع بكم. افتتاح البرنامج الدعوي السبت القادم، ٩ / ٣ / ١٤٤٨هـ بعد صلاة الفجر مباشرة مسجد محمد بن إبراهيم، الجامعة الإسلامية بالمدينة المنورة فضيلة الشيخ د. هيثم بن محمد سرحان دورة اليوم الواحد، وختم كتاب كل سبت بإذن الله حياكم الله ونفع بكم.
#4538[sirrii]
HadeethEnc · 1.25.0

Jaalalleen koo Nagaa fi rahmanni irra haa jiraatuu, waan sadii akkan hojjedhu naaf dhaaman: ji’a ji’aan guyyaa sadii soomuu, raka’aa lamaan salaata Duhaa salaatuu fi osoon hin rafiin dura salaata witrii salaatuudha

Available translations

Choose an available translation of this Hadeeth

01

Hadeeth text

Abuu Hureyraa irraa akka odeeffametti -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- akkas jedhe: Jaalalleen koo Nagaa fi rahmanni irra haa jiraatuu, waan sadii akkan hojjedhu naaf dhaaman: ji’a ji’aan guyyaa sadii soomuu, raka’aa lamaan salaata Duhaa salaatuu fi osoon hin rafiin dura salaata witrii salaatuudha.
02

Explanation

Abuu Hureyraan -Rabbiin irraa haa jaallatu- jaalatamaa fi saahibni isaa Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- wantoota sadii akka isaaf dhaaman hima:

Tokkoffaa: ji’a ji’aan guyyaa sadii soomuudha.

Lammaffaa: Guyyaa guyyaan raka'aa lama Duhaa salaatuudha.

Sadaffaa: Hirriiba dura salaata witrii salaatuudha, Kunis nama halkan dhuma irratti hin dammaqu jedhee sodaateefi.
03

Benefits

Garaagarummaan dhaamsa Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- sahaabota isaanitiif dhaamanii: Haala sahaabotaa fi waan tokko tokkoon isaanif malu beekuu isaanii irratti hundaa'a, nama jabaa humna qabu jihaadatu isaaf mala, nama Rabbiin gabbaruuf ibaadatu mala, nama hayyuu immoo beekusaatu malaaf, akkanumatti itti fufa.'
Ibnu Hajar Al-Asqalaaniin jecha isaa kan akkana jedhu ilaalchisee: (Ji’a hunda keessaa guyyaa sadii soomuu): inni namaaf mul'atu wanni guyyoota kanatti fedhamaan guyyoota adii ta'uudha (Ayyaamul biid) isaanis: ji’a hijraa irraa guyyaa kudha sadaffaa, kudha afraffaa fi guyyaa kudha shanaffaati.
Ibnu Hajar Al-Asqalaaniin akkana jedhe: Hirriiba dura salaata witrii salaatuun barbaachisaa ta’uu agarsiisa, sun immoo nama dammaquuf ofitti amanamummaa hin qabneefi.
Barbaachisummaa hojiilee sadan kanneeniti; sababni isaas Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- sahaabota isaanii irraa namoota hedduudhaaf waan sana dhaamaniif jecha.
Ibnu Daqiiq Al-Iid jecha isaa kan akkana jedhu ilaalchisee:(Raka’aa lamaan Duhaa) akkana jedhe: Tarii asitti raka'aa xiqqaa salaatamuu qabutu dubbatame ta’a, Kunis salaata Duhaa salaatuun jaalatamaa ta’uu fi xiqqaan isaa raka’aa lama ta’uu agarsiisa.
Yeroon salaata Duhaa: Erga aduun baatee gara sa'aatii ruubii booda, hanga tilmaamaan daqiiqaa kudhan salaata Zuhrii duratti dheerata, baay’inni raka’aa isaa: inni xiqqaan raka’aa lama, irra baay'ee isaa keessatti hayyoota giddutti wal dhabdeen argameera; Raka’aa saddeet jedhame, irra baay'een isaa daangaa hin qabus jedhame.
Yeroon salaata witrii: Salaata Ishaa'ii boodaa kaasee hanga fajriin bahutti, irra xiqqaan isaa raka'aa tokko, baay'een isaa immoo raka'aa kudha tokko.

Attribution

[Bukharif muslim irratti waliigalan]

Categories

Share

Share hadeeth

Sharing options · 0 Total shares

Share

← Back to encyclopedia
Shopping Basket

Loading...