“Dhukkubni eeyyama Rabbitiin malee ofiin hin darbu, hooddannaan hin jiru, fa’alii (jecha gaarii) immoo nan jaalladha” (Sahaabonnis) fa’aliin maali jedhanii gaafatan? isaanis ni jedhani: “fa’alin jecha gaarii isin dhageessanu”
Choose an available translation of this Hadeeth
Hadeeth text
Anas bin Maalik irraa odeeffame, Rabbiin irraa haa jaalatu, Nabiyyiin, nagaa fi rahmanni irra haa jiraatuu, akkas jedhan: “Dhukkubni eeyyama Rabbitiin malee ofiin hin darbu, hooddannaan hin jiru, fa’alii (jecha gaarii) immoo nan jaalladha” (Sahaabonnis) fa’aliin maali jedhanii gaafatan? isaanis ni jedhani: “fa’alin jecha gaarii isin dhageessanu”.
Explanation
Benefits
Faana ilaalachuu irraa dhoorguudha, innis waan abdii kutannaa namatti fiduu fi hojii nama dhorguudha.
Tafaa'ula toluun faana ilaalachuu dhorgamaa ta'e irraa osoo hin taane, inni Rabbii ol ta'etti yaada toluu irraa akka ta'eedha.
Wanti hundinuu kan ta’u murtoo Rabbii tokkicha hiriyaa hin qabne qofaani.
Attribution
Categories
Share hadeeth
Sharing options · 0 Total shares

