HadeethEnc · 1.25.0
Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- yeroo haxxifatan harka isaanii -ykn uffata isaanii- afaan isaanii irra kaa'anii, isaan sagalee isaanii kan gadi qaban ta'an
Available translations
Choose an available translation of this Hadeeth
01
Hadeeth text
Abuu Hureyraa irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- akkas jedhe: Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- yeroo haxxifatan harka isaanii -ykn uffata isaanii- afaan isaanii irra kaa'anii, isaan sagalee isaanii kan gadi qaban ta'an.
02
Explanation
Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- yeroo haxxifatan:
Tokkoffaa: Harka isaanii ykn uffata isaanii afaan isaanii irra kan kaa’an ta'an; sababni isaas wanni nama isaan bira taa'u azaa godhu afaan ykn funyaan isaanii irraa akka hin baanef jecha.
Lammaffaa: Sagalee isaanii gadi qaban malee ol hin kaasan.

03
Benefits
Haxxifachuu keessatti karaa Nabiyyii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- ibsuu fi sanaan keessatti isaan hordofuudha.
Uffata ykn sooftii fi waan biroo yeroo haxxifatan afaan ykn funyaan irra kaayuun jaalatamaa ta'uudha; sababni isaas wanni nama isa bira taa'u azaa godhu akka irraa hin baanef jecha.
Yeroo haxxiffatan sagalee ofii gadi qabachuun barbaachisaa yoo ta’u, innis mallattoo naamusa gaarii qabaachuu irraayi.

Attribution
[abuu daawud tirmizii fiiahmad odeessan]
Categories
Share
Share hadeeth
Sharing options · 0 Total shares