افتتاح البرنامج الدعوي السبت القادم، ٩ / ٣ / ١٤٤٨هـ بعد صلاة الفجر مباشرة مسجد محمد بن إبراهيم، الجامعة الإسلامية بالمدينة المنورة فضيلة الشيخ د. هيثم بن محمد سرحان دورة اليوم الواحد، وختم كتاب كل سبت بإذن الله حياكم الله ونفع بكم. افتتاح البرنامج الدعوي السبت القادم، ٩ / ٣ / ١٤٤٨هـ بعد صلاة الفجر مباشرة مسجد محمد بن إبراهيم، الجامعة الإسلامية بالمدينة المنورة فضيلة الشيخ د. هيثم بن محمد سرحان دورة اليوم الواحد، وختم كتاب كل سبت بإذن الله حياكم الله ونفع بكم. افتتاح البرنامج الدعوي السبت القادم، ٩ / ٣ / ١٤٤٨هـ بعد صلاة الفجر مباشرة مسجد محمد بن إبراهيم، الجامعة الإسلامية بالمدينة المنورة فضيلة الشيخ د. هيثم بن محمد سرحان دورة اليوم الواحد، وختم كتاب كل سبت بإذن الله حياكم الله ونفع بكم. افتتاح البرنامج الدعوي السبت القادم، ٩ / ٣ / ١٤٤٨هـ بعد صلاة الفجر مباشرة مسجد محمد بن إبراهيم، الجامعة الإسلامية بالمدينة المنورة فضيلة الشيخ د. هيثم بن محمد سرحان دورة اليوم الواحد، وختم كتاب كل سبت بإذن الله حياكم الله ونفع بكم. افتتاح البرنامج الدعوي السبت القادم، ٩ / ٣ / ١٤٤٨هـ بعد صلاة الفجر مباشرة مسجد محمد بن إبراهيم، الجامعة الإسلامية بالمدينة المنورة فضيلة الشيخ د. هيثم بن محمد سرحان دورة اليوم الواحد، وختم كتاب كل سبت بإذن الله حياكم الله ونفع بكم. افتتاح البرنامج الدعوي السبت القادم، ٩ / ٣ / ١٤٤٨هـ بعد صلاة الفجر مباشرة مسجد محمد بن إبراهيم، الجامعة الإسلامية بالمدينة المنورة فضيلة الشيخ د. هيثم بن محمد سرحان دورة اليوم الواحد، وختم كتاب كل سبت بإذن الله حياكم الله ونفع بكم. افتتاح البرنامج الدعوي السبت القادم، ٩ / ٣ / ١٤٤٨هـ بعد صلاة الفجر مباشرة مسجد محمد بن إبراهيم، الجامعة الإسلامية بالمدينة المنورة فضيلة الشيخ د. هيثم بن محمد سرحان دورة اليوم الواحد، وختم كتاب كل سبت بإذن الله حياكم الله ونفع بكم. افتتاح البرنامج الدعوي السبت القادم، ٩ / ٣ / ١٤٤٨هـ بعد صلاة الفجر مباشرة مسجد محمد بن إبراهيم، الجامعة الإسلامية بالمدينة المنورة فضيلة الشيخ د. هيثم بن محمد سرحان دورة اليوم الواحد، وختم كتاب كل سبت بإذن الله حياكم الله ونفع بكم.
#3138[sirrii]
HadeethEnc · 1.25.0

Qormaata akka ciccitaa halkan dukkanaa’aa jalaa hojii gaarii hojjechuun ariifadhaa,

Available translations

Choose an available translation of this Hadeeth

01

Hadeeth text

Abuu Hureyraa irraa odeeffame, Rabbiin isa irraa haa jaallatu, Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- akkana jedhan: «Qormaata akka ciccitaa halkan dukkanaa’aa jalaa hojii gaarii hojjechuun ariifadhaa, Namichi ganama mu’umina ta’ee galgala kaafira ta'a, ykn galgala mu'umina ta'ee bulee ganama kaafira ta'a, amantii isaa waan xiqqaa duuniyaa irraa ta'e wahitti gurgura».
02

Explanation

Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- hojii gaarii hojjechuun jabaachuu fi qormaanni adda addaa kan hojii gaarii hojjechuu irraa nama dhoorgan dhufuun duratti hojii gaggaarii hojjechuu fi baay'isuu irratti mu'umina kakaasan. Inni Akka halkan dukkanaati, isa keessatti dhugaan sobatti makama, kanaaf dhugaa fi cubbuu gagar baasuun namootatti jabaata, cimina isaa irraa kan ka’een ilmi namaa burjaaja’a, hanga inni mu’umina ta’ee bulee galagala immoo kaafira ta’utti, akkasumas hanga inni mu’umina ta’ee galgaleeffatee kaafira ta'ee bariisafatutti, Gammachuu biyya adunyaa kan yeroo muraasaaf darbutti amantii isaa gurgurata.
03

Benefits

Gufuuleen adda addaa tan hojii gaarii hojjechuu irraa nama dhoorgan dhufuun duratti amantii cichanii qabatanii hojii gaarii hojjechutti ariifatuun dirqama ta'uudha.
Dhuma addunyaa irratti qormaanni nama jallisu walduraa duubaan akka dhufanii fi yeroo qormaanni tokko dabre kan biraa isa irraa akka bakka bu'uudha.
Amantiin nama tokkoo yeroo laafee dhimma addunyaa kan akka qarshii ykn waan biraatiif jecha isa laaffise, sun ammoo amantii irraa maquu, amantii dhiisuu fi qorumsa keessa seenuuf sababa ta’a.
Hadiisicha keessa hojiin gaariin qorumsa adda addaa jalaa bahuuf sababa akka tahu ragaatu jira.
Qorumsi gosa lama qaba: qorumsa shakkiiti, wal’aansi isaa ammoo beekumsa, inni kuun qorumsa fedhiiti, wal’aansi isaa immoo Iimaana fi obsaan ta'a.
Nama hojiin isaa xiqqaate qorumsi akka itti ariifatu, namni baay’ee hojjete ammoo waan qabuun akka hin gowwoomfamne, baay’isuu akka qabu Hadiisni kun ni ibsa.

Attribution

[Muslimtu gabaase]

Categories

Share

Share hadeeth

Sharing options · 0 Total shares

Share

← Back to encyclopedia
Shopping Basket

Loading...