HadeethEnc · 1.25.0
“Nyaanni bakka jirutti salaatni hin jiru, akkasumas yeroo namichi fokkataa lamaanin wal deddeebisu keessattis salaata salaatuun hin jiru”
Available translations
Choose an available translation of this Hadeeth
01
Hadeeth text
Āa'ishaa irraa akka gabaafametti -Rabbiin irraa haa jaalمatu- akkana jette: Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akkana yoo jedhu dhagahe: “Nyaanni bakka jirutti salaatni hin jiru, akkasumas yeroo namichi fokkataa lamaanin wal deddeebisu keessattis salaata salaatuun hin jiru”.
02
Explanation
Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- bakka nyaata lubbuun nama salaatuu sanaa hawwituu fi qalbiin isaa itti rarraatutti salaatuu dhoorgan.
Akkasumas yeroo fokkatoo lamaanin waliin dhiphatu keessatti salaatuu irraa dhoorganiiru -fokkatoon lamaanis fincaanii fi sagaraadha-; sababni isaas waan inni rakkina ofirraa ittisutti bobba'uuf jecha.
Akkasumas yeroo fokkatoo lamaanin waliin dhiphatu keessatti salaatuu irraa dhoorganiiru -fokkatoon lamaanis fincaanii fi sagaraadha-; sababni isaas waan inni rakkina ofirraa ittisutti bobba'uuf jecha.
03
Benefits
Namni salaatu salaata isaatti osoo hin seenin dura wanta salaata isaa keessatti isa dhiphisu hunda ofirraa fageessuudha qaba.
Attribution
[Muslimtu gabaase]
Categories
Share
Share hadeeth
Sharing options · 0 Total shares

