HadeethEnc · 1.25.0
Namni duuniyaatti hariira offate aakhiraatti isa hin offatu
Available translations
Choose an available translation of this Hadeeth
01
Hadeeth text
Umar irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: nabiyyiin -Rabiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani: «Namni duuniyaatti hariira offate aakhiraatti isa hin offatu».
02
Explanation
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- dhiirotii irraa namni duuniyaa keessatti hariira offate, yoo irraa hin toobatin adaba isaatiif jecha aakhiraatti akka isa hin offanne ibsan.
03
Benefits
Hariira jechuun wonti itti fedhame, hariira uumamaa qulqulluu ta'edha, hariirri worshaan hojjatame hadiisicha keessa hin seenu.
Dhiira irratti hariira offachuun haraama ta'uu isaa.
Hariira offachuu irraa dhoorguun offachuu fi afachuus ni qabata.
Dhiirotaaf garii hariiraa huccuu irratti quba lamaa hanga quba afurii kan hin darbine kan faaya yookaan huccuudhaaf xarafa ta'u ni eeyyamamaaf.

Attribution
[Bukharif muslim irratti waliigalan]
Categories
Share
Share hadeeth
Sharing options · 0 Total shares