
SOOMNI LAMATTI QOODAMA
SOOMNI LAMATTI QOODAMA DIRQAMA : Ramadaana, Kaffaaraa fi Nazrii keessatti SUNNAA : Waan jara armaan olii male jiru keessatti HIIKA SOOMAA Sooma jechuun Fajriin dhugaa bahuurraa eegalee hanga aduun seentutti nyaata, dhugaatii fi waan nama faxarsiisu biroorraa of qabuudhaan Rabbiin gabbaruudha SOOMNI RUKNII LAMA QABA الصيام اللغة الارومية ...
SOOMNI LAMATTI QOODAMA
SOOMNI LAMATTI QOODAMA
DIRQAMA : Ramadaana, Kaffaaraa fi Nazrii keessatti
SUNNAA : Waan jara armaan olii male jiru keessatti
HIIKA SOOMAA
Sooma jechuun Fajriin dhugaa bahuurraa eegalee hanga aduun seentutti nyaata, dhugaatii fi waan nama faxarsiisu biroorraa of qabuudhaan Rabbiin gabbaruudha
SOOMNI RUKNII LAMA QABA
الصيام اللغة الارومية

SOOMNI LAMATTI QOODAMA
Scan QR Code | Use a QR Code Scanner to fast download directly to your mobile device